Sirna geggeessaa Jaal Booressaa (Fiqaaduu Ararssaa) godina ..

Sirna geggeessaa Jaal Booressaa (Fiqaaduu Ararssaa) godina shawaa lixaa Aanaa Amboo gandaa Haroo Xirroottii bakkaa maatiin isaafi jaallattoonni ABO jiranitti sirna ho,aan Raawateera ,Qabissaan nii kufaaQabssoon itii fuffaa! !

Biyyeen ittii haa salphatu. Kun sirna gaggeessaa jaal #Booressaa (Fiqaaduu Araarsaa) kan guyyaa 26/04/2019 dhiha Oromiyaatti RIB’tin wareegameedha. Bakka Firoottanii fi maatin isaa argaman; Aanaa Amboo ganda Haaruu Xirroo jedhamutti sirni gaggeessaa isaa raawwatameera. Kaayyon inni wareegameef galma gahuu qabdi.

WOW! Our Courageous Generations!



ESAT Special Radio news April 30, 2019 / ኢትዮጵያ ሰበር ዜና መታየት ያለበት

ግን ኢኮ ኦሮሞን ልገል ሄዶ ተገደለኮ። ምን ኢሱ ብቻ። ብዙ ብዙ….ምነው ኢሳቶች ተረጋጉ ኢንጅ…


Qeerroo fi Qarreen kun guyyaa eebba miidiyaa OMN damee Dirre Dhawaa irratti argamuudhaan gammachuu isaanii ibsataniiti jiran.