Must Watch:Sirna Awwaalchaa Qeerroo Abdujabbaar Mohammed..

Must Watch: 14/09/17 Sirna Awwaalchaa Qeerroo Abdujabbaar Mohammed kalee Kaarra Milleetti wayaaneen ajjeefte.

“Alaabaa Oromoo Ibsitu Dukkanaa
guyyaa Sidhaabbannee Gabrummarraa baana” Jachuun Alaabaa ABO faarfachaa marartoo Hamileef Dambooba Qabsootiin Sirna Awwaalcha gootaatiin Awwaallatan.

Viva Qeerroo, “ALUTA Continua, Victoria Ascerta”

Dhábasá Wakjira Gemelal