Sirna Abbaa Irree Kamuu Keessatti, Kufaatii Irraa Of dandamachiisuuf Hidhaan yoomiyyuu Furmaata Ta’ee Hin Beeku, Hin Ta’us.

Sirna Abbaa Irree Kamuu Keessatti, Kufaatii Irraa Of dandamachiisuuf Hidhaan yoomiyyuu Furmaata Ta’ee Hin Beeku, Hin Ta’us.

Daandii Garbooshee kan har’a Gullaaleetti qabame kana. ABO itti roorrifnee balleessina jedhanii yaaduun rakkoo keessatti of darbachuu dha!!

 

 

 

 

 

 

 

Guyyaa Hadhaa Muddee 21 bara 2018 Qondaalonni ABO Dr. Gadaa Oljirraa fi Injiner Daandii Garbooshee Naannoo Waajjira ABO Gullalleetii qabamanii Poolisoota mootmmaatiin Achi buuteen isaanii dhabamsiifameera.

Buli Qeerroo 1976 !