#Simbirtuu!! Iccitii Kaabinee Oromiyaa!

Iccitii Kaabinee Oromiyaa❗

#Simbirtuu

Kaabineen Oromiyaa, Mootii gandee fi Cundhuuraa,Shimallis Abdiisaan durfamu gabaasaa hojii komishinii Poolisii Oromoo Obbo Araarsaa Mardaasaa dhaggeeffachaa jira. Gabaasaan ajjeefamuu fi madaa’uu miseensota Poolisii Oromiyaa kaabinee Oromiyaa naasisaa jira. Akkuma armaan dura gabaasne humna addaa Oromiyaa 7500 tahu gara Tigraay erguuf marii kaabineen Oromiyaa Komishinii waliin taasisu yoo tahu, Oromiyaa keeessa Godinaalee hundumaa keessatti sochiin WBO daran yaadeessuu fi Godinaaleen Horroo Guduruu Wallaggaa, Wallaggaa Lixaa,Wallagga bahaa fi Qellem Wallaggaa, Gujii lamaanii fi Booranni,Jimmaa aanaalee 6,Buunnoo Baddallee, Harargee Bahaa aanaa 7, Shawaa Kaabaa aanaa 5 shawaa lixaa Aanaa 10 harka mootummaan ala akka jiran gabaasaa keessatti ibsaniiru. Murtii darbu jala buunee gabaasna.
WBOn haa waaruu