“Simannaan D/T Paartii KFO Dr.Mararaa Guddinaatiif taasifamaa jiru ammas akkuma itti fufeetti jira.Ilmaan Janaraal Waaqoo Guutuu ,Baalee Roobee irraa ka’anii korma qabatanii akkasitti anaa galu jechuun har’a mana jireenya isaaniitti argamanii,gammachuu isaanii ibsaniiru.Qabsoon itti fufa!!”
Via: Massii Sanyii Fayisa Lelisaa
OMN: Qabsoo Oromoo Keessatti Ijibbaata Dr Maraaraa Guddinaa https://t.co/8h8KhjGzDP pic.twitter.com/XDE9lGNWBa
— Kichuu (@kichuu24) February 5, 2018