FULBANA, 15ffaa 2018 Dirree Masqalitti ( Masqal Square) SIMANNAA WABO IRRATII HAA WALGARUU.

FULBANA, 15ffaa 2018 Dirree Masqalitti ( Masqal Square) SIMANNAA WABO IRRATII HAA WALGARUU.

Qabsoon hadhooftuudha kan itti cichetu bakkaan ga’a. J/Daud Ibsaa nama ijoollummaa isaa irraa qabee hadhooftuu itti dhugedha. Fakkeessitoonni buufata /fermaataa/ adda addaatti yeroo irraa harca’an J/Daud kunoo har’a dhaaba isaa ABOttis Oromoottis kabaja horee jira, umurii dheeraa.

Utubaa Lammii

Oromoon Fardan Dabalame Gullallee irra Haga Boolee Alaaba keenyan Miidhagaa ABO simaachuuf deema jira Finfinneen Lafa Abba keennarraati


Ishoo Ishoo ya kormaa ko finfinnee galufii wbo ko ishoo ishoo ya kormaa ko finfinnee galufii abbaan ko….

Wow qeeyro Adama nama boonsuu guyyaa cirii enyuu qeeyro oromo caala viva qeeyro oromo