Simannaa Jila ABO Godina Booranaa Ona Dubluq Magaalaa Dubluqitti.

Simannaa Jila ABO Godina Booranaa Ona Dubluq Magaalaa Dubluqitti.

Jaal Dhengee Huseen Miseensa Shanee Gumii-Gumii Sabaa ABO Jila Kibba Oromiyaatti Bobbahe Hogganuun Simannaa Godina Booranaa Ona Taltallee Magaalaa Miillammii Keessatti Ummata Oromoo Jilicha Simataniif Haala Qabsoo Bilisummaa Oromoo fi Qabsoo Oromoo Dhaaba Kallacha Oromoo Tahee ABO Irratti ykn Ilaalchise Yeroo Haasaa Taasisanii Dha.

Ilma Maccaa Tuulamaa