ONN : Simannaa Jila ABO Dubbataa Dhaabaa Jaal Toleeraa Adabaa Fi M-Sh-G-G-S Jaal Gaashu Lammeesaatin durfamuuf magaalaa Shaambuu fi Finca’aa tti taasifame Onk. 2018

ONN : Simannaa Jila ABO Dubbataa Dhaabaa Jaal Toleeraa Adabaa Fi M-Sh-G-G-S Jaal Gaashu Lammeesaatin durfamuuf magaalaa Shaambuu fi Finca’aa tti taasifame Onk. 2018


Anaadhufu siinjedhu ilmaankee warri siif abidda liqimsan”Baga nagaan dhuftan jedhiin” yaa FINFINNEE yaa SHAGGAR handhuura lafaa


Waraana mooyyalee keessatti Tigree 2 fi Alshabaab 6 tu qabame kunniin mooyyalee maal godhu kanatu lola daangaatii?


Handhuura OROMIYAA jidduu galeessaa FINFINNEE ni jirra jedha WBO’n koo Maali beekti gadheen!WBO’n koo qabeenya koo miti Lubbuu koo sii kenna ani!! Giddugala Oromiyaa, Lixa Shaggar!WBO’n fi Ummatasaa
Kana booda wal argaan FINFINNEE keessatti!Abbaa biyyaa eenyullee doorsisee hin hiikkachiisu Diinni abdii kutatee qalbii takkaan haa ciisu! Kunooti shawaas jirra
#Ambo_Jalduu walakkaa
WBOn eessayyuu jira
Warri hin argiinis argaa!!!
#Muramteetti! Jabaadha!

Chali Ensermu Beyene 

Komii ummaannii #Dr_Abiyii_Ahmed #Lammaa_Magaarsaa dhiheese

Waa’ee buqaatii ummaata dangaa Gumuuzii irra buqaanii maaliif deemee ilaaluu didee
#Dr akkaas jedhe gafa joluuma koti #Wallaga kessan ture garu gafas Bishan naf hin kanine jedhe 😭😭😭sagaaleef video armaan gadii dhagefaadha.

ኢንተርፖል በተለያዩ ሀገር ያሉ ወንጀለኞችን ለመያዝ እንደሚተባበር አስታወቀ