Siidaan Goota Oromoo B.Jen.Taaddasaa Birruu Boru eebbifama.

Yaadannoo Gootaa: Siidaan Goota Oromoo B.Jen. #Taaddasaa_Birruu Boru eebbifama.
Kan sabaaf jiraatee wareegame akkanatti #kabajaan bara baraan yaadatama. #Ergamtuun diinaas #qaanyiin yaadatamti.

Sultan Kassim Genna