Siidaa Haaj Aadam Saaddo Gobaatti hojatame xumurame.

Siidaa Haaj Aadam Saaddo Gobaatti hojatame xumurame. Otoo Neonafxanyaa Bilxiginaan ijji ishii diimatu hangoofonni Oromoo ni yaadatamu, ni kabajamu.

እንኳን ደስ አለን:

የጀግናው ሃጂ አደም ሳዶ ለምርቃት ዝግጅቱን ጨርሷል::