Shirii Bilxiginaa Saxilamee Marii Hatuu Fi Gantuu Hoganamtuu Oromoon Dhagahe Jarolee fi Hayoonii Oromoo.
Waan hidhamtoota siyaasaa ABO.
Sababa baruu baannus hidhamtoonni siyaasaa keenya muraasni iddoo turan Kaampii Galaan irraa bakka biraatti har’a jijjiiramaniru.
1.Dr.Gadaa Oljiraa – gara Buraayyuu
2.Jaal Mikaa’el Booran,Jaal Waaqoo Noolee fi Ibsaa Gaaddisaa- gara Magaala Duukam
3.Jaal Abdii Raggaasaa- gara Qajeelcha Poolisii Magaala Galaanitti jijjiiramaniru. Kanaaf namni keenya hoggantoota keenya bakka jijjiiramanitti akka gaafattan dhaamna. Gama biraatin namoonni baay’een Kol. Gammachuu Ayyaana bakka jiru kan gaafattan, bakki itti argaman Waajjira Poolisii Finfinnee Caffee Aannanii/ Meeksikoo/ tti.
Be the first to comment