Kichuu

Shira Obbo Lidatuu Ayyaaloo irratti itti fufe!

Shira Obbo Lidatuu Ayyaaloo irratti itti fufe

Obbo Lidatuu Ayyaaloo ajjeechaa Artist Haacaaluu Hundeessaa booda dargaggoota jeequmsaaf kakaasteetta,meeshaa seeraan alaas qabda jedhamuun hidhaatti dararamaa turee bilisa bahuun ni beekama. Achii boodas hanga masaraatti waamamee humni tikaa Eertiraa doorsisuun siyaasa keessaa of baasuuf dirqame. Yaala onneef gara Amerikaa osoo imaluu yeroo lama buufata xiyyaaraatti deebifame. Kan deebise tika dha. Amma egaa, komishiniin mirga namummaa Itoophiyaa mirga namummaaf falmu fakkaatuu fi walaba jedhee of waamu tikni biyyoolessaa Obbo Lidatuu yaalaaf akka hin deemne hin deebisne jedhee xalayaa waajjira tikaa gad baase. Kana jechuun komishiniin mirga namummaa Itoophiyaa jedhamuu fi waajjirri tikaa waliin hojjechuu saaxila. Walaba akka hin taanes ifoomsa. Obbo Lidatuu tikni buufata xiyyaaraatii hin deebisne taanaan ofii deebi’e jennaa PPn sobduu dha. Kun eenyummaa cundhuuraati.
Oromia Qeerroo Media
Adammisoma
DAANDIIN QABSOO DHUGAA OROMOO ABO {WBO} QOOFA
KAAYYOO SHOW DAMEE KENYA
OQM: OromiaQeerroomedia

page kana Fi Garee kana like follow share comment godhaa Tolle

Exit mobile version