Seife Nebelbal Radio, Oromo News and Eyob Comments and Sagalee Qeerroo, Mar 15, 2019

Above Single Post

Seife Nebelbal Radio, Oromo News and Eyob Comments and Sagalee Qeerroo, Mar 15, 2019





ONN LIVE: Sagalee Qeerroo 16 2019 Godina Baalee Aanaa Sinaanaatti lafti qonnaa mootummaan akka fedhe itti fayyadamaa fi uummata Oromoo akka irraa hin fayyadamne gochaa ture akka harka uummataatti deebi’u Qeerroon gaafatan. | Godina Gujii aanaa Oddoo Shaakkisoo keessatti shira mootummaan Naannoo Oromiyaa xaxeen uummata walitti buusuun balaa qaqqabsiisuu itti fufe. | Godina Baalee keessatti maqaa WBO simachuu jedhuun shirri xaxamaa jiru saaxilame. | “Faana Qabsaa’ota Keenya Qaqqaalii Dhabamsiise Qabatanii Ilmaan Oromoo Ukkaamsuun Yakka Gara Jabinaati!” Jechuun Qeerroon Bilisummaa Oromoo ibsa baase! https://youtu.be/hwQ-Uh8pLHQ

Below Single Post