Seensa Sagantaa Jawar Manchester, UK

Above Single Post

Seensa Sagantaa Jawar Manchester, UK





Mari Haala Yeroo Irratti Professor Mohammed Hassan fi Professor Asaffaa Jaalataa waliin

Marii Jawar Hawaasa Oromoo UK waliin taasisaa jiru


Atimee Bilxiginnaa
Arrabnike bofadha
Arraba bofaa baatta….
Sammuun kankne moofaadha
Sammuun #Ginbot Sabaattii,
#Biraanuu Nagaaa Baatta.!
Kaayyoonke tortoraadha
Fagoomatti ajaa’a…
Akka Eebicha gannaa
Akka ceekaa hadhaa’a.!
Icciitiinke dukkkana
Boolla geessa karaanke….
Daandii Minilik geessu
Immiyyeedha karaanke.!

Gazu Toleratin


Hailu Lelissa Oboro irraa
#Oduu_qabatamaa
Gantoota ergama diigumisa mooraa qabsoo Oromoo fudhatanii EZEMA waliin akka dalagan Abiyyi Ahimediin ramadaman:
1.Leencoo Baatii
2. Amiin Jundii
3. Berhaanuu Magarsaa Leenjisoo
4. Hundee Dhugaasaa
5.Ahimeed Gishee
Jarri kun maqaa gorsaa jedhuun USD 5,000- 6,000 UNDP irraa warra kanfalamuufiidha.
Yoo galma hojii ramadii keessan geessaan aangoo Ministeera argatu jedhanii jiru.

Below Single Post

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.