Fiilmiin Artist Seenaa Solomoon ‘Xiiqii’ jedhamu Giddu Gala Aadaa Oromoo Finfinnee jruu fi magaalaa Naqamteetti eebbifame

Fiilmiin Artist Seenaa Solomoon ‘Xiiqii’ jedhamu Giddu Gala Aadaa Oromoo Finfinnee jruu fi magaalaa Naqamteetti eebbifame

“Xiiqii” maqaa fiilmii Seenaan Solomoon dhiyoo bahe

NAIROBI —

(voaafaanoromoo)—Seenaan Artistii diraamaa gaggabaaboo fi walitti fufaa Afaan Oromoo irratti hirmaataa kan turte yoo taatu waggaa tokko dura humnoota tika mootumaan qabamtee hidhamtee turte.

Yaadni fiilmii Xiiqiis kan dhufeef achumatti tahuu ibsiteetti.Fiilmii Eliyaas Kifluu Daanii qindeesse kana hojjachuuf birriin kuma 650 caalu baasii itti tahuu Seenaan dubbatteetti. Artistootni 30 olis irratti hirmaatanii jiru.