RSWO – Muddee 9,2018: Seenaa Miseensa WBO Wareegamee, Maatiisaa’rraa kan Odeeffanne Lola Lixa Oromiyaa’tti

RSWO – Muddee 9, 2018: Seenaa Miseensa WBO Wareegamee, Maatiisaa’rraa kan Odeeffanne Lola Lixa Oromiyaa’tti Geggeeffamaa Jiruufi Waraanni Mootummaa Impaayera Itoophiyaa Danuun Gama Sanatti Guuramaa Jiraachuu


Sirna awwaalcha gooticha Wbo jaal Abdu Hirphaa bakka maatii,firaafi loltoonni Wbo argamanitti haala gaariin rawwateera. gumaa baasuuf hawaasnis waraannis irbuu walii seenera nagaan boqodhu leencako.

Muzaya Wallaggaa


Kan maqaa gumuuziin oromoo ajjeesaafi buqqaasaa jiru makkalaakeyaa weyyaaneeti”ID kaardii isaaniitu ragaadha viva WBOkoo”

Chali Ensermu Beyene

#Qerroo #Nadhii #gammada


Qabeenyii Oromoo saamame akkasitti tigree gabbissaa jira.

Hiriraa Hatonii Kenyaa Haa huf Hatanii jedhani magalaa Tikrya Keessaati godhan wan nama salfachisuu OSOO ISIIN HUNDII WALIRATI DHABALAMTANI DR Jaalala Aliyyi Ahmed hin gesaan haa binesaa nama fakkatu warabeyyi Guyyaa


OPDOn bilillee Daadhii ti.
Morma malee mataa hin qabdu.
Kunimmoo waan ittiin baddaniidha!!

#Jecha poolisoota oromiyaa fi KBO dhiha oromiyaa Baayee garaa nama booressa !!
“Yeroo waraana Bilisummaa Oromoo #WBO wajjin diina uummata keenya dhiha oromiyaa ykn daangaa BG irraa uummata keenya buqqisaafi ajjeesaa jirtu guyyaa wal taanee diina keenya uummata keenya irraa deebisaa oollee galgalli gaafa gahu nuti kara qee’e keenyaatti ykn kara mana keenyaatti yeroo galuuf deemnu #WBO’n immoo kara bosonaatti gad adeema.yeroo kana obboleessa keenya lola irra oolee galgala lafa jireenya isaa bosonatti gad adeemu kana ilaaluu caalaa waanti qalbiiko nadhukubsu hin jiru” jedhu poolisoonni kun.

 

 

 

 

 


Diilla Yuniversity irra
Dec8/2018
Guyyaa harraa barattotni Oromoo diillaa university baratan huccuu gaddaa uffachaa lammii isaan daanga irratti du,aniif buqqaaniif yaadannoo isaanif gadda ofii ibsatinii jiru