Seenaa kee hin xureessin! Filannoo dabaa kanarratti irratti hirmaattee seenaa kee hin xureessin!!

Seenaa kee hin xureessin! Filannoo dabaa kanarratti irratti hirmaattee seenaa kee hin xureessin!!

Filannoo sobaa kanarratti hirmaachuu jechuun………….
Filannoo oromoon keessaa dhiibamee kana irratti hirmaachuu jechuun……….. Filannoo harka tokkoon hooggantoota oromoo mana hidhaa keessatti dararaa harka tokkoon diinota qabsoo oromoo oromiyaa keessa bobbaasanii filannoo sobaa adeemsisuutti jiran kana irratti hirmaachuu jechuun………
100% warra dhugaa oromoo fuultakkee awwaaluuf kaayyeffateef ulee ta’uudha ykn shira isaan oromorratti hojjechuuf kaayyeffataniif gargaarsa godhuu dha.
100% qabsaayota oromoo, qarreefi qeerroo jijjiirama kana fiduuf kumaatamaan wareegamana ganuu jechuu dha.
100% warra qabsoo ummata oromoo qancarsuuf barbaaduu faana hiriiruun daboo bahuufii jechuudha.
Waliigalatti,
#Sobamaniis ta’e faayidaaf jecha filannoo sobaa kanarratti hirmaachuu jechuun, jijjiirama wareegama oromootiin dhufee diinaan bitame kana gargaaruudhaan seenaa ufii balleessuudha.
Donkey vs lion( USA)

Ethiopia: Tigray conflict overshadows Abiy Ahmed’s quest for legitimacy | DW News