When I see this a doubt came to my mind if the so called agazi special




When I see this a doubt came to my mind if the so called agazi special force consider themselves  Ethiopians!!


Kun Sirna Gaggeessaa Gootota Qeerroo Dargaggoota Oromoofi Sabboontota Ilmaan Oromoo Kaleessa Onk..26/2017 Magaala Ambootti Loltoota Agaazii Mootummaan Wayyaanee Uummatarratti Bobbaasee Yakka Duguuginsa Sanyii ( Gedocide) Uummata Oromoo Magaalaa Amboo Irratti Rawwateen Ilmaan Oromoo 10tti lakkawaman Wareegaman keessa Gaggeessaan Wareegamtoota Oromoo 8 Magaalaa Amboofi Naannoo Isheetti Guyyaa Har’aa Onk..27/2017 Bifa adda ta’een uummatniifi Qeerroon Dargaggootni Oromoo dhaadannoo Dhaggeessisaa Sirna Gaggeessaa Wareegamtoota Oromoo Rawwachaa jiru.

Via: Massii Sanyii Fayisa Lelisaa



Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*