SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Muddee 26, 2018

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Muddee 26, 2018

SBO Mudde 26, 2018. Oduu, Ibsa ABO fi Waldhabdee yeroo ammaa ABO fi Mootummaa EPRDF gidduutti yeroo ammaa uumamee jiru irratti Lixaa fi Kaaba Shaggar irraa sochii maanguddummaa bakka bu’ootni hawaasaa godhaa jiran yaada isaanii…kutaa jalqabaa