SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Guraandhala 22, 2019

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Guraandhala 22, 2019

SBO GURRAANDHALA 22, 2019. Oduu, Miidhaa waraanni mootummaa EPRDF Gujii Bahaa keessatti geggeessaa jiru irratti gaaffii fi deebii ummata naannoo waliin taasisamee fi marii Obbo Lubee Birruu waliin taasisame



– Irra-jireessi hidhattoota koreen teekiniikaa “WBO”dha jedhanii, Aanaa Manasibuu keessaa galchanii, WBO osoo hin taane, jiraattotuma naannoo sanaa ta’uu;
– Marii Hayyuu Oromoo Obbo Jamaal Ibraahim waliin Taasifn