SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Bitootessa 17, 2019

SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Bitootessa 17, 2019

SBO Bitootessa 17, 2019. Oduu, Lola guyyaa har’aa hidhattootni Amaaraa fi Argobbaa Shawaa Bahaa Ona Boosat keessatti ummata Oromoo irratti banan irratti gabaasa qindaa’eee fi Gaaffii fi deebii Obbo Dirribii Damisee fi Obbo Waleensuu Reebuu waliin godhame kutaa lammataa