SBO Sagalee Bilisummaa Oromoo, Adoolessa 18, 2018
SBO: Adoolessa 18 bara 2018. Oduu, Duula Humnoota Liyyuu Poolisii fi Labsa Dhukaasa Dhaabuu ABOn baase Cabsuu Mootummaa Itoophiyaa irratti ibsoota ABO irraa kennamani fi Gabaasaa Gumaacha Sabboontonni Qabsoo Bilisummaa Oromoof Taasisan ilaallatu Akkasumas