SBO: Sabboontotni Oromoo Shaggar Kaabaa, Salaale..

Above Single Post

[SBO – AMAJJII 18,2020] Sabboontotni Oromoo Shaggar Kaabaa, Salaale Onoota garagaraa irraa walitti dhufan Col.Gammachuu Ayyaanaa hidhaa irraa ba’uu sababeeffachuun har’a Amajjii 18,2020 Waajjira ABO Gullalleetti itti dhaquun bakka I/Aanaan H/D ABO Jaal Araarsoo Biqilaa argamanitti baga nagaan baate jedhanii dubbisan. Kennaa adda addaas kennaniifii jiran.

Col.Gammachuu Ayyaanaas sabboontota Oromoo walgurmeessanii isa dubbisuuf itti dhifan kanneen galateeffatee jira.


ሰላሌ
በየቦታው እንደዚህ እንደዚህ ተጥለቅልቆ የሚወጣው ህዝብ ከሰኔ በኃላ አብይ አህመድና እሱ የጠፈጠፈውን ቢሊጢጊና ፖርቲ ዳግም ላለማየት ነው

Below Single Post