SBO har’aa:- Oduu, Godina Wallagga Lixaa Onoota garagaraa

(SBO – Waxabajjii 16,2019) Qophii SBO har’aa:- Oduu, Godina Wallagga Lixaa Onoota garagaraa keessatti ummatni ba’ee akka WBO/ABO balaaleffatuuf dhiibbaan godhamaa jiraachuun dhaga’ameera. Kana irratti Onoota Gimbii, Gullisoo fi Laaloo Assaabii irraa namoota dubbisnee jirra. Qophiin keenyas kanuma irratti fuulleffata; akka dhaggeeffattan isin afeerra.

ONN LIVE| ሳምንታዊው የውይይት መድረክ ከስይፈ ነበልባል አዘጋጅ ኢዩብ ባይሳ ከጉለሌ ራድዬ አዘጋጅ ታድዩስ አብዲሳ እና ራጅ ጉደታ ጋር በወቅታዊ ሁኔታ ላይየተደረገ ውይይት . ስኔ 17/2019https://youtu.be/VjTvU2r1y-M