SBO Muddee 6,2020 Tsadale Lammaa haala Siyaasa Biyya kanaa irratti

SBO Muddee 6,2020 Tsadale Lammaa haala Siyaasa Biyya kanaa irratti


#BREAKING NEWS Oduu gammachiisaa! Reeffi waraana raayyaa Ittisa nafxanyaa Juuntaa Itoophiyaa halkaan kana Naannoo Amaaraa Magaalaa Gondor galee Jira.( muddee 12/6/2020
 
Wal waraansa Juuntaa Mootummaa Itoophiyaa Bilxigginnaa fi Juuntaa mootummaa Tigiraay gidduutti adeemsifamaa oolleen reeffi waraana Juuntaa Bilxigginaa konkolaataan kudhaa tokko (11) magaalaa Gondor galaa jiraachuu isaa odeessi nu qaqqabee Jira.
Waraanni Juuntaa Itoophiyaa gar-malee miidhamee jiraachuu isaa fi yeroo amma halkaan kana jiraattoonni Gondor jeequmsaa fi dhukaasa waliirratti banaa jiru jedhaa oduun nu qaqqabee.