SBO – MUDDE 07,2019) ABO marii ummata waliin geggeessu itti fufeera.

SBO – MUDDE 07,2019) ABO marii ummata waliin geggeessu itti fufeera.

Baha Oromiyaa Calanqootti hoggantootni ABO kan I/A H.D ABO Jaal Araarsoo Biqilaan dursamu har’a Mudde 07,2019 ummata waliin marii geggeessanii jiran. Walgahiin kunis haala gaariidhaan xumurameera.


Yeroo warri sabaan, yaadaan, lafaan gargar fagaatan walitti baqanii PP ta’anitti maaltu ABO, KFO fi PBO walitti baquu isaan dhoorga? Imaammata wal fakkaataa, Kaayoo wal fakkaataa, saba tokko qabatanii maaltu itti ulfaate? Ta’ullee durirra amma wayyaa qaban. Yoo xiqqaate akka walitti gufuu hin taane waa lafa kaayatanii jiru. Garuu osoo walitti baqanii irra filatamaadha.

Ferhan Abdulselam


It is so depressing and unfortunate to see Abiy and his cronies are using state resources to “convince” civil servants to support PP. Party and government are still exactly the same.

His cronies want to turn civil servants to Abiy servants, an attempt unanimously rejected across Oromiyaa.


Akka Oromoo Sabni harkaan hidhaa fi Ajjeecha ofitti deebise hin jiru opdo waggaa 27 dhiiga ilmaan Oromoo dhugaa turte nu ceesisti jedhee gaafa kilo 4 galche dubbiin tole, Waan dabaa.
Free All Oromo political Prisoners