SBO: Maanguddoo Oromoo Obbo Mo’aa Abdiisaa waan ABO deggeran qofaaf Ambo irraa hidhaman.

Above Single Post

(SBO – Hagayya 15,2019) Maanguddoo Oromoo Obbo Mo’aa Abdiisaa waan ABO deggeran qofaaf Ambo irraa hidhaman.

Jarana hidhaa fi ajjechaa nu irraa dhiisaa, haqaan haqaaf waliin haa falminu. Amma hidhaa fi ajjechaan babal’ateef maaltu dhufa? Dararaan hammaateef mirga ofii falmachuun dhaabbataa? Tasumaa!

Dábessá Gemelal

ቄሮ ፊኒፊኔ

Abbaa Biyyaa


Below Single Post