SBO: Calanqoo Lafa Seenaatti Yaadannoon Wareegamtootaa gaggefamutuu Barame.

(SBO/VOL-Amajjii 18,2020) Calanqoo Lafa Seenaatti Yaadannoon Wareegamtootaa gaggefamutuu Barame.

Yaadannoo wareegamtoota CALII CALANQOO iddoo seenaa qabeessa magaalaa Calanqootti Qeerroo fi Qarree ilmaan Oromoo dabalatee Ummata Oromoo Calanqoo fi naannoo jiraniin yaadatamutuu himamaara!