SBO-Bor Amajjii 19,2020 Godina Kibba-lixa Shaggar, Walisootti Waajjirri ABO deebi’ee banamuu fi marii ummataa geggeessamu irratti H/Dn ABO Jaal Daawud Ibsaa ni argamu.

Above Single Post

[SBO – AMAJJII 18,2020] Bor Amajjii 19,2020 Godina Kibba-lixa Shaggar, Walisootti Waajjirri ABO deebi’ee banamuu fi marii ummataa geggeessamu irratti H/Dn ABO Jaal Daawud Ibsaa ni argamu. Hawaasni naannoo akka irraa qooda fudhattan kabajaan isin beeksisna.

Koree Qindeessituu

Below Single Post