SBO: Barattootni Oromoo Yunversitii Haramaayaa har’a Ummata Oromoo Godinoota Wallagga, Booranaa fi Gujii

SBO – AMAJJII 09,2020] Barattootni Oromoo Yunversitii Haramaayaa har’a Ummata Oromoo Godinoota Wallagga, Booranaa fi Gujii keessatti waraana mootummaa Itophiyaan miidhaan irra gahaa jiruuf sagalee ta’uufiif yaalanii turan. Hidhattootni mootummaa garuu itti bobba’anii miidhaa irraan gahan; ni hidhan.

Kana irratti barattoota lama dubbisnee jirraa; kan armaan gadii kana dhaggeeffadhaa.
Sagalee Bilisummaa Oromoo