Salaale/ Oromiyaa: Yaa Maraattuu Bilxignaa maal gootee!! Oduu gaddisiisaa!

Salaale/ Oromiyaa: Yaa Maraattuu Bilxignaa maal gootee!! Oduu gaddisiisaa!

Oduu gaddisiisaa!
Salaale Aana warra jaarsoo ganda waajju eejersaa, ppn mana gubaa jirti. Maqaa ‘WBO nyaachistu,’ jedhuuni mana Tafarii Ajjaaba fi mana Obbo Bojaa Guyyaa 18/12/2013 gubaa ooluun. Kan nama gaddisiisu haadhi manaa Obbo Bojaa deesse mana bakka ciistutti kan irratti gubna ta’uudha. Kana duraasi obbo Bojaan mana hidha Xollaayi ji’a sadiif hidhamuun isaa nibeekkama

Dabessa Gemelal

Dilgásá Lačísá

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.