Sagaleen Bilisummaa Oromoo (SBO) fi TV.n Gaaddisa Dhugaa haala yeroo irratti Hayyu-Duree ABO Jaal Daawud Ibsaa waliin gaaffii fi deebii godhee jira.

Sagaleen Bilisummaa Oromoo (SBO) fi TV.n Gaaddisa Dhugaa haala yeroo irratti Hayyu-Duree ABO Jaal Daawud Ibsaa waliin gaaffii fi deebii godhee jira.

Naqamtee, #Gadaa, Oromia


Beeksisa

(SBO/VOL – Adoolessa 03,2018) Sagaleen Bilisummaa Oromoo (SBO) fi TV.n Gaaddisa Dhugaa haala yeroo irratti Hayyu-Duree ABO Jaal Daawud Ibsaa waliin gaaffii fi deebii godhee jira.

Gaaffii fi deebii kana SBO irratti tamsaasa guyyaa borii jechuun Adoolessa 04,2018 qilleensa irrattii fi interneta gubbaan faca’u akka hordoftan kabajaan isin beeksisan. Kan Tv.Gaaddisa Dhugaan faca’u ammoo dhiheenyatti kan dhihaatu ta’a.

Injifannoo Ummata Oromoof!
Sagalee Bilisummaa Oromoo/Tv.Gaaddisa Dhugaa

Dhábasá Wakjira Gemelal