ONN LIVE : Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Amajji 29,2019 – Adeemsa Araara WBO fi Mootummaa garamitti? Egereen Oromoo akkam ta’a?

Above Single Post

ONN LIVE : Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Amajji 29,2019 – Adeemsa Araara WBO fi Mootummaa garamitti? Egereen Oromoo akkam ta’a? | “WBO’n wabii uummataa of a miti wabii paartilee mormituu Oromooti!” | “Dhangalaasaa funaanuu ta’a malee WBO’n hinbadu!”
“WBO Zoonii Kibbaa Ummata waliin”አዲስ ቴቪ ጥር 20/2011 ዓ.ም
ከፕሮፌሰር መራራ ጉዲና ጋር በወቅታዊ ጉዳይ ላይ በአዲስ ቴሌቪዥን የተደረገ ቆይታ ፡፡ ሙሉ ውይይቱን ከቪዲዮ ይመልከቱ


Qabsoo qofaa mitii IMIMAAN ILMAAN OROMOOTUU Cubbuun isaan raawwatan isaan galaafachuuf Jira.Ummanni oromoo lafa isaa baldhoo qabu biraa rakkachuun maaliif barbaachisee?
umrii tanaan imimmaan irraa buusuun kun gaarumaa?lafoota ummata keenyarraa saaman hatattamaan deebifamuufii qabaa

Below Single Post