ONN LIVE : Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo – Ilmaan Oromoo tibba kana humna tikaafi nageenyaa mootummaatiin adamsamanii hidhaman 115 Qeerroon Bilisummaa Oromoo baase

ONN LIVE : Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Amajjii 05 2015 – Ilmaan Oromoo tibba kana humna tikaafi nageenyaa mootummaatiin adamsamanii hidhaman 115 Qeerroon Bilisummaa Oromoo baase.

| Raayyaan Ittisa Biyyaa Godina Horro Guduruu Wallaggaa bakka Saqalaa jedhamu keessatti ofii fanjii awwaaluun “WBOtu awwaale” jechuun uummata nagaa goolaa jiraachuun beekame. | Hidhaa uummata nagaa irratti raawwachaa jiruun barattoonni Oromoo barnoota dhaabanii baqachaa jiru. | Raayyaan Ittisa Biyyaa shamarran Oromoo irratti miidhaa qaqqabsiisaa jira. | Yuunversiitii Saayinsiifi Tekinoloojii Adaamaa keessatti barattoonni sadii ajjeefaman. | Raayyaan Ittisa Biyyaa Lixa Shaggar Aanaa Jalduufi Cobii keessatti maqaa “Sakatta’a WBO” jedhuun uummata nagaa goolaa jira. | “Uummanni keenya maal keessa jira” kan jedhu irratti qophii addaa

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.