SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Sadaasa 23, 2017

SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Sadaasa 23, 2017

ONN: Fincila Xumura Gabrummaa guyyaa har’aa Sadaasa 22, 2017 Godina Gujii aanaa Sabbaa Boruu, magaalaa Darmeetti godhame irratti namni amantaa kiristaanaa (pheenxee) sirbee hin beekne tokko “ani sirbee hin beeku, har’a garuu gammadeen sirbe” jedha, mee video kana caqasaa.


DHIMMAA DUBARTII OROMO TAN BIYYAA ARABATTII JOLLEEN KASHLABEEN MANA ISII KEESATTII TUMANANII REEBANI

Update: on Oromo Woman who was brutally beaten in Saudi Arabia yesterday. thankfully she is alive but in critical condition. We still have to work hard to bring those thugs to justice for showed up at her house as future tenants, robbed, almost killed her butchering her body like wild animal