SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Sadaasa 10, 2017




daipooraa oromoo maal hubatuu jecha lammaa kana irra hubattan comment godha

OMN: ODUU IJOO SADAASA 10/2017


ONN: Oduu Amma Nu Ga’e.
Magaalaan Dambi Dolloo galgala har’aa (Sadaasa 10, 2017) kana dhukaasaan goolama akka jirtu maddeen keenya bilbilaan nu gabaasaniiru. Dhukaasa kanaan miidhaan qaqqabe guutummaatti beekamuu baatus Poolisoota “Dafee Qaqqabaa” reefuu kaleessa galgala magaalittii dhufan keessaa namni lama jilbaa gadi rukkutamanii madaa’uun barameera. Miidhaa kanaa kan qaqqabsiise humna makkalaakayaa durumaanuu achi qubatee ummata magaalaa sanaa goonaa jiru ta’uu bal’inaan odeeffamaa jira. Hordoftoota keenyaa bal’ina oduu kanaa hordofnee akka nu qaqqabeen isiiniin ga’uuf kan tattaafannu ta’uu asumaan isin beeksifna.


SQ: Sagalee Qeerroo Bilisummaa Oromo, Sadaasa 10, 2017



Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*