Sadaasa 07/2019 Jimmaa Univarsitii mooraa Techno

Above Single Post

Sadaasa 07/2019 Jimmaa Univarsitii mooraa Techno


Ilillii Birraa

(SBO/VOL-Sadaasa 7, 2019) Qaama Biyya Bulchaa Jiruun Hidhaan Miseensota ABO Irratti Gaggeeffamaa Ture, Ammas Akkuma Itti Fufetti Jira. Akka kanaan, Leenjisaan WBO Duraanii fi Miseensi Gumii Sabaa ABO Jaal Milkeessaa Hirkoo Galgala Keessa Gaafa Sadaasa 6,2019 humna hidhateen butamuun Waajjira Poolisaa Magaalaa Ambootti Hidhamutuu barame.

Below Single Post

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.