Sabboonummana Oromoo taankii fi xiyyaara waraana Oromoo ti!

Above Single Post

Sabboonummana Oromoo taankii fi xiyyaara waraana Oromoo ti; meeshaa hidhannoo Oromoo ti. Irraa dhaabbadhaa!
Haga kaayyoon keenay galii gahurri, haga galiin keenya dhugoomutti, meeshaa hidhannoo keenya jabeeffachuu malee laaffisuun hin ta’u.
Diinni garuu hidhannoo keenya laaffisuu barbaada; nuti immoo hidhannoo keenya ni kunuunsina; ni eegganna; ni jabeeffanna!!
Sabboonummaa Oromoo jabeessuun jaarsummaaf hin dhiyaatu!!

Dábessá Gemelal

Below Single Post