Sabboonummaa : Alaabaa Oromoo ol qabaa diina garaa gubaa… 1991

Sabboonummaa: Alaabaa Oromoo ol qabaa diina garaa gubaa… 1991


“Namichi kun ijoollee #Amboo mana hidhaatti guursisaa jira.
Gocha Tplf waliin hojjechaa ture; ammas itti fufee jira”

Oda Labsi Fajji


Kan ajjeeses, kan du’es Wayyaanee dha. Wayyaaneen wal ajjeesuun Oromoof hiree gaarii dha. Silas, nuun maaltu galche! Nuti jiruu biraa qabna: qabsoo Bilisummaa Oromoo!!
Lubbuu darbeef garuu ni gaddina!!

Dábessá Gemelal


Hiriira balaaleeffannaa ummanni WBO irratti baye nuun jetti laata? OBN lakkoofsi 1ffaa fi lakkoofsi 2ffaan OMN?

Jinfuu Shimalaa


Mootummaa Amma jiru kanatti fonqolcha yaaduun Akkas nama gooti !