SABBOONAA TAFARRAA WBO KOO MAALTU JIBBAA NEW OROMO MUSIC 2020.

SABBOONAA TAFARRAA WBO KOO MAALTU JIBBAA NEW OROMO MUSIC 2020.Official Video. Of-ta’iFilmProducton


#Haroomaayaa (Inbox)

“Haroomaayaatitti amma daqiiqaa lama dura Daa’ima umriin isaa waggaa 14 kan maqaan isaa Jibriil jedhamu. Poolisiin bulchiinsa magaalaa Haroomaayaa rasaasaan dhooytee ajjeefte. Ani PP yoon ijaan arge niin haqisa waan jedhe qofaaf ajjeefame.”