RSWO- Waxabajjii 15, 2017 – ODUU, QOPHII ARGAAF DHAGEETTII FI

RSWO – Waxabajjii 15, 2017 – ODUU, QOPHII ARGAAF DHAGEETTII FI DHAAMSA RSWO

RSWO – Waxabajjii 15, 2017 – ODUU, QOPHII ARGAAF DHAGEETTII FI DHAAMSA RSWO

ODUU:
– Mormiin barattoota mana baruumsa sad. 2ffaa fi qophaa’ina Amboo ammallee haalaan finiinee itti fufaa jiraachuu,
– Warraaqsi diddaa jijjiirraa qubee afaan oromoo kutaa Oromiyaa tokko tokkotti qabachaa jiru guutuu Oromiyaa akka wal gahuu qabu qeerroowwan Oromiyaa kutaa adda addaa irraa ibsan
– Kijiba prisadaantiin OPDO Lammaa magarsaa hafarsaa jiraniin ummanni Oromoo akka hin sobamne qeerroon Oromiyaa dhaaman

– ARGAA FI DHAGEETTII:
– gaafii fi deebii hayyuu argaafi dhageettii Aabba Liiban Halakee waliin waa’ee Finnaa irratti godhame
_ DHAAMSA RSWO:- Dhaamsa haala yeroo irratti hundaa’e isiniif dhiyaata