RSWO – Fuulbana 28, 2017 – ODUU, QOPHII ADDAA FI DHAAMSA RSWO

RSWO – Fuulbana 28, 2017 – ODUU, QOPHII ADDAA FI DHAAMSA RSWO

RSWO – Fuulbana 28, 2017 – ODUU, QOPHII ADDAA (Gaafiif Deebii Abbaa Gadaa Ituu, Humbannaa fi Qalloo Shaamil Haamidoo waliin goone) FI DHAAMSA RSWO

ODUU:
– Gargaarsi ummata oromoo naannoo soomaalee irraa buqqa’aniif hawaasa irraa walitti qabamaa jiru qaamoota mootummaa wayyaaneen nyaatamaa jiraachuu,

– Oromoonni Soomaalii laandii, Hargeeysaa jiraatan irratti dararaan hammaachuu,

– Ayyaana Irreechaa baranaa, Sanbata dhufu kabajamu irratti Oromoonni cufti akka hirmaataniif Abbootii gadaa oromoon waamichi godhamuu,

– Torbaan lama dura oromoonni N/Soomaalee irraa buqqaafamuun Hammareessatti rasaasaan rukutamanii mana yaalaa jiran deeggarsa dhabuu,

QOPHII ADDAA:- Gaafiif deebii Abbaa Gadaa Oromoo Ituu, Humbannaa fi Qalloo Shaamil Haamidoo waliin godhamee fi Dhaamsi Raadiyoo sagalee Walabummaa Oromiyaa qama sagantaa keenyaati