RSWO : Labsii Yeroo muddamaa Oromoota Kibbaafi Lixa Oromiyaa’rratti labsameen wal-qabatee;

Above Single Post

RSWO | Labsii Yeroo muddamaa Oromoota Kibbaafi Lixa Oromiyaa’rratti labsameen wal-qabatee; dararaa, saamicha qabeenyaa, gudeeddaafi duguuggaa sanyii looltoota mootummaan gamasitti bobbaaseen Oromoota irratti raawwatamaa jiru ilaalchisuun, marii Hayyuu Oromoo tokko waliin taasifne | Mudde 15, 2019

Voice of Independent Oromia


ABO bira KAAYYOO malee maallaqni hin jiru. Warri KAAYYOO bakka ABOn jiru filatu.


Jaal Marroo Mararaa ilmaa ilma mariin dhalate”Jaal Sanyii Mararaa ilmaa ilma mariin dhalate”

Jaal Goollichoo Mararaa ilmaa ilma mariin dhalate jedhe”Artist Caalaa Daggafaa


Oduu gammaachisaa
Waraanni bilisummaa oromoo zoonii dhihaa keessaa soso’uu
Magaalaa hoorroo guduruu haala yeroo ammaa ilaalchisuun leenjii siyaasaa fi military since haala addaa ta’een yeroo dheeraaf leenjiirraa turee haala bareedaan xumuree jiraa waraanni kun garbummaa bifa jijjiirachuun uummata burjaajessa jiruu illee uummata hubachiisuuf ofiitti amaa namummaan waadaa seenanii gara hojiitti seenaniiru


#Alert!

#Yaaso_Kababa was registered at UNHCR in Egypt, he was recognized refugee, he went back to Ethiopia thinking that the political situation has changed but invain. he is now in detention center. i am going to start twitter campaign to ask UNHCR, IOM Human rights watch and amnesty international , ICRC to intervene. can you join me to seek this organizations to visit him in Detention? Lets start from twitter by talking to those organizations.

Below Single Post