RSWO – Adoolessa 4, 2018: Marii Haala Yeroorratti Obbo Jamaal Ibraahim waliin Taasifne

RSWO – Adoolessa 4, 2018: Marii Haala Yeroorratti Obbo Jamaal Ibraahim waliin Taasifne


MATOOTA ODUU
~ WBO’n Lixa Oromiyaa, Gaara Abbaa Seenaarratti, Loltoota Wayyaanee’rratti Tarkaanfii Fudhateen, Konkolaataa tokko Waraana irra jiruu waliin Barbadeessuu Himan Jiraattonni;
~ Lolli Weerara Daangaa Poolisii Addaa Somaaleetiin Uummata Oromoorratti Adeemsifamu, Ammallee Kibba Oromiyaa, Gujiifi Baha Oromiyaa keessatti kan itti fufee jiru ta’uu;
~ Oromoonni Walloo, “Amaara Jaltti hin Bullu; Gara Oromiyaatti Deebina” Jechuudhaan, Fincila Jabaa Adeemsisaa Jiraachuu…

OROMTICHI JI’A AFURIIN DURA MAGAALAA NAQAMTEE KEESSATTI LOLTOOTA WAYYAANEEN RUKUTAMEE MANA YAALAA TURE, RAKKOO HAMAAF SAAXILAMUUN UUMMATA OROMOO GARGAARSA GAAFATE.



Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.