RSWO- Adooleessa 30,2017- ODUU FI DHAAMSA RSWO DHAGEEFFADHAA

RSWO – Adooleessa 30, 2017 – ODUU FI DHAAMSA RSWO DHAGEEFFADHAA

Godina qeellam wallaggaa, aanaa sayyoo magaalaa danbidoolloo keessatti tarkaanfii haleellaa

fudhatameen lubbuun nama tokko yoo galaafatamtu, tokko ammoo madaa’uu,
weerarri daangaa saba amaaroon godina gujii lixaa keessatti baname injifannoo oromoota gujiin xumuramuu,
– Diddaa shalaggii gibira humnaan oliitiin kan jalqabame warraaqsi magaaloota oromiyaa keessatti itti fufuu