Roobaa Gannattii, Miseensa WBO’ kan kaleessa wayyaanee kuffisee ofiis kufe isa kanadha. Magaalaa Mandii mana Sibuutti ta’e.

Roobaa Gannattii, Miseensa WBO’ kan kaleessa wayyaanee kuffisee ofiis kufe isa kanadha. Magaalaa Mandii mana Sibuutti ta’e. Mucaa amala gaarii qabu; leenjii ispoortiitiin nama beekamaafi nama mala garaagaraa beekuufi kana duras diina sabasaarratti haleellaa hedduu fudhatedha. Egaa qabsoon aarsaa waan gaafattuuf utuu mirga abbaa biyyummaaf waraanee waraansisuu kaleessa wareegameera.biyyoon sitti haa salphattu

Miidhaksaa Abbishuu


Gootni gootummaan ni kufaa,gootoota akkasaas kumatamaan ni horata 💪Nagaan boqodhu Roobsan!!!


(SBO Waxabajjii 13 Bara 2018) Godina Gujii Bahaa Ona Sabbaa Boruu ganda Utuluu keessatti waraanni wayyaanee ummata nagaa irratti guyyaa har’aa dhukaasa banuun obbo Kateeloo Qilxaa ajjeesuun obbo Roobaa Tasfaayee madeessuu maddi oduu SBO ibsee jira.


Magaalaa Mandii
================
Waraani Mootummaa Goolessituu wayyaanee Waxabajjii 12 Bara 2018 Godina wallagga Lixaa Magalaa Mandii keessatti Galgala keessaa Sa’a 6:00 (12:00) irraa kaasanii Korabitineessaa fi Poolisii Oromiyaa wajjin ta’uun Ummata nagaa irratti dhukaasa banuun miidhaa qaqqabsiisanii jiru. sababiin dhukaasa kanaa guyyaa har’a Aanaa Mana sibuu bakka Caalaa Dabbusi fi Gaara Warabeessaa jedhamutti WBO irratti sakkataa geggeessuuf bahanii WBOn haxxee keessa galchee bakka jarri hin yaadintti tarkaanfii irratti waan fedhateef reeffaa fi madoo konkolaataa 3F tokkoon fudhatanii gara Hospitaala Manddiit yeroo adeemanu Uummanni Magaalaa keessaa guute dhabattee jiru arguun du’a keenyatti gammaddanii dhabbattu jechuun ummata nagaarratti dhukaasa banuun nama obbo Takilee jedhamu Osoo Suuqii banee daldalataa jiru ajjeesaniuru. Kan biraan maqaa isaanii Gaaddisaa Mulgeeta jedhamu jilbaa isaaraa akka rukutan beekameera.Lolaa kana ulee Diinaa ta’uun qindeesse du’aa fi madoo ilmaan oromoo kanaaf sababa ta’e
Fiqiruu Fufaa nama jedhamu ta’uu odeessi nu gahe ifa godheera.

To TPLFites: You have chosen to taken the golden parachute. You are lucky OPDO & ANDM paved a safe exit for you before you are destroyed by the revolution. They let you retreat with all the loots and crimes you committed. If I were you I would count my luck and stay away. Retreating to your last trench, Mekele, to regroup and sabotage the ongoing transition will be costly. You will put yourself and your people in serious danger. You are warned!!

Jawar Mohammed