“Reeffi dargaggoo armaan gaditii argamuu kun Magaalaa Gincii bosona Cillimoo cinaatti loltoota faashistii TPLF’n ajjeefame gatam

“Reeffi dargaggoo armaan gaditii argamuu kun Magaalaa Gincii bosona Cillimoo cinaatti loltoota faashistii TPLF’n ajjeefame gatame hurufa irraa argamedha.

Hanga ammaattis eenyummaa isaa hinbeekamu. Reeffa isaas iyyuu naminii beekuu hin argamine Hanga guyyaa har’aa ykn 06/07/2010tti nama isa beeku argachuun hindanda’amne.Kanaaf namoonni beektan yoo jiraate reeffi isaa Hospitaala Minilikitti waan argamuuf akka achitti iyyaafattan dhaamna.

Massii Sanyii Fayisa Lelisaa 

Ethiopian Broadcasting Corporation added a new video: ከሞያሌ የተፈናቀሉ ዜጎች ከተፈናቀሉበት እንዲመለሱና እየተሰራ እንደሆነ ተገለፀ.Like Page
17 hrs ·
#EBC ከሞያሌ የተፈናቀሉ 39,825 ዜጎችን ከተፈናቀሉበት እንዲመለሱና አካባቢውን ለማረጋጋት በቅንጅት እየተሰራ እንደሆነ ተገለፀ፡፡

በመሞያሌ ወረዳ ሸዋበርን ጨምሮ ከአምስት ቀበሌዎች ነው ዜጐቹ እንደተፈናቀሉ ነው የገለፀው፡፡

አካባቢውን ለማረጋጋትና ነዋሪዎቹን ለመመለስ የፌዴራልና የክልሉ መንግስት ከኮማንድ ፖስቱ ጋር በትብብር እየሰራ መሆኑንም ተገልጿል፡፡

ከስፍራው በስልክ ያነጋገርናቸው 41ኛው ክፍለ ጦር ዋና አዛዥ ኮለኔል አሊጋዝ ገብረ ለመፈናቀላቸው ዋነኛው ምክንያት የሆነውን ጉዳይ አብራርተዋል፡፡