Red Terror of Mengistu H/Mariam of the 70th is Replicating in Oromia Now!!

Red Terror of Mengistu H/Mariam of the 70th is Replicating in Oromia Now!!
Hara’aa magalaa najjoo ganda jaboo mika’eel jedhamuttii dargagessaa Ararsoo Gamachuu jedhamuu mana hiidhaa kessaa bastee rasasaan rukkuttee ajesstee
Hunde Seenaa
Godina Wallagga Lixaa Ona Najjoo magaalaa Najjootti ajjechaan raawwatame
[SBO – Onkoloolessa 05,2020] Onkoloolessa 05,2020 guyyaa har’aa Qeerroo Araarsoo Gammachuu mana hidhaa magaalaa Najjoo keessaa fuudhamee magaaluma kana ganda Jaaboo Mikaa’el jedhamutti waraana mootummaa PPn ajjeesamuu maddeen oduu magaalaa Najjoo gabaasaniiru.
Reeffi dargaggoo Araarsoo Gammachuu fuudhamee akka hin awwaalamnellee waraanaan dhorkamaa ture jedhu maddeen magaalaa Najjoo.
Erga torban kanaa as namoota hidhuu fi dararuun magaalaa Najjoo keessatti hammaachaa dhufuus maddeen gabaasaniiru
 
 
 
 
 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.