RBD-Waltajjii Dargaggootaa 2019-06-17

RBD-Waltajjii Dargaggootaa 2019-06-17

Listen to “RBD-Waltajjii Dargaggootaa 2019-06-17” on Spreaker.

Ajajaan WBO Zoonii Gujii Bahaa, Jaal Magarsaa Lammii, “Kaayyoon Oromoo jijjiirama teessoo miti; jijjiirama hundee, jijjirama biyyaa ti,” jedha. Haala sochii WBO godinichaa fi dhiibbaa yeroo ammaa mootummaan Itoophiyaa geessisaa jiru, olola WBO irratti gaggeeffamaa jiru ilaalchisee Gaaffii fi Deebii waliin taasifne qabannee dhyaanne.
Caqasaa!!