ONN LIVE : Qophii Gaaddisa Dhugaa Amajjii 9,2019. Rakkoo Siyaasa Impaayera Itiyoophiyaa addatti ammoo Kan Oromiyaa irratti marii taasifame kutaaXumuraa

ONN LIVE : Qophii Gaaddisa Dhugaa Amajjii 9,2019. Rakkoo Siyaasa Impaayera Itiyoophiyaa addatti ammoo Kan Oromiyaa irratti marii taasifame kutaaXumuraa

Ibsaa Addaa bilissummaa oromo ABO guyyaa hara’aa OBS irraatii kene caqassaa…


Chaltu Takele Abetu jechuun nama akkas dubbatuudha. Qaamni ishii hidhee waan hidheef beeksisuu qaba. Siyaasaf dhimmaa siyaasa taanaan hatattaaman gadi dhiisu qaba.

Tamiru L Kitata

#Hidhuun_Akkuma_Itti_Fufetti

1.Abbaa Gadaa Getaachoo Tarfaa_Beegiirraa
2.Boonsaa Hayiluu -Amboorraa
3.Eebbisaa -Jalduurraa 
4.Caaltuu Taakkalee -Shaambuurraa
5.Sanyii Taakkalee -Shaambuurraa
6.Burqaa. -Buraayyuurraa
7.Gololcha Goobaa -Gujiirraa
8.Duubaa Yaachisoo -Gujiirraa
9.Hambisaa Ayyaanaa -I. A.Booraarraa
10.Margaa Wiirtuu-Shaambuurraa
11.Miimmii Daawwit -Mandiirraa

Nama keenya hidhuun haadhaabbatu
Warra hiitanis hiikaa”Afaan nagaa weyyaatii.



Namoonni alaabaan carqii jettan ofqusadhaa.Alaabaan faajjii sabni tokkoo ykn biyyi tokko ittin kabajamuu waan ta’eef kabajaa qabdi.lubbuun kumaatamaan lakkaayamu irratti waan dhumeef.💚👌


Seenaat gizaachoo walalaloo Ayyaana qillee irraatti.

Gammachun qeerrowwan UAE waan har’a qallittii gadi dhiifaman fakkaatu
Akkatti finqilaacha dhiitan😀♥️🌹


Qeerroo ifaa akka Ferro💪


Kuno warrii fallaanaani akkasitti qabsoo galmaan ga’anii garaatti baachu jal qaban!!
Qabsoon Oromoo abbootii garaatiin hin ukkamamtu!!

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.